Rammee Tube

Rammee Tube

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Rammee Tube, Addis Ababa.

14/09/2026

Antonio semenyo Taphataan filatamaan Amma ilaalamu qabu Lamine Yamal qofaadha.

14/09/2026

Bilchina jechuun yoom akka dubbatuu fi yoom akka deemuu qabdu beekuudha.

14/09/2026

Welcomed PM Dr. Abiy Ahmed Ali on his first visit to India. India and Ethiopia are taking the long-standing friendship into new areas of cooperation.

🇮🇳 🇪🇹

Abiy Ahmed Ali

14/09/2026

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) - Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Itiyoophiyaanota hundaan baga ayyaana bara haaraa 2019 nagaan geessan jedhan.

Barri haaraan kan nageenyaa, jaalalaa, gammachuu fi eebbaa akka ta'u hawwaniiru.

14/09/2026

Big shout out to my newest top fans! Gadisa Jamal, Maammee Forx Wiiner, Mu'azee Aliyyii

13/09/2026

# =Hiriyyaan tokko, “Ati qarshii akkamitti qusatta?” jedhe. Innis, “Waan bituuf barbaadu hunda nan ilaala; booda qarshii hin qabu jedhee nan deema!” 😂
Gorsa: Waan barbaachisaa fi waan hawwitu adda baasi; qusachuun jireenya tasgabbaa’aaf gaarii dha.

13/09/2026

=Nama tokkoon, “Ati maaliif hojii kee boruuf dhiifta?” jedhame. Innis, “Sababni isaa boruun yeroo hunda jira jedhee yaada.” 😂
Gorsa: “Boru” jechuun yeroo baay’ee hojii har’aa nu jalaa fudhata.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Addis Ababa