Upcourses

Upcourses

Share

t.me/upcoursesorg Online business solutions course and developments

27/08/2026

"Mana daldalaa fi dhaabbilee naannoo keenyaa hedduun maaliif waggaa tokko keessatti cufu beektuu? Oomisha gaarii qabu, garuu Graphic Design fi Digital Marketing sirrii dhabuudhaan beeksisa gaarii hojjechuu hin dandeenye! Isin ogummaa kanaan akkamitti furmaata ta'uudhaan galii dabalataa (side income) argachuu akka dandeessan isiniitti agarsiisa..."
https://web.facebook.com/share/v/1Dp4RnbDJ7/
0925265151

27/08/2026

"Yeroo tokko namoonni ogummaa Graphic Design fi Website Design qaban sa'aatii idilee qofa hojjatu turan. Har'a garuu Digital Marketing itti dabaluudhaan side income hojachuun maallaqa hojii idilee caalu hojjachaa jiru! Akkamitti namoota kana keessaa tokko ta'uun danda'ama?..."

https://web.facebook.com/share/v/1Dp4RnbDJ7/
0925265151

27/08/2026

Tilmaama Badhaafamaa

Comment. Badhaasa keessan Maatii fi Hirriyaa keessaniif dabarsuu ykn kennuu dandeetu

https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=122253653330059929&id=61551797870397&mibextid=wwXIfr

Photos from Upcourses's post 27/08/2026

Tilmaama Badhaafamaa:

Eenyu injifata?

Namni Tilmaama sirrii argate; upcourses.org irratti korsi kamiyyuu 75% discount argata. Fakkeenyaaf, korsii qarshii 1000 ta’e qarshii 250 qofaan barata jechuudha.

Hubachiisa: Tilmaamni keessan osoo dorgomiin hin jalqabamin q taʼuu qaba.

Nama badhaasa kana argateef, discount kun dorgommii booda sa’aatii 24 qofa tura.

26/08/2026

Maaliif AI Barachuu Qabdu?

Hojiileen fuulduraa hedduun AI waliin walqabatu; dorgomaa ta'anii itti fufuuf ogummaa kana qabaachuun dirqama.

Qulqullina fi Ariitiidhaan Hojjechuuf: Hojii sa'aatii hedduu fudhatu daqiiqaa muraasa keessatti akka xumurtan isin gargaara.

Yaada haarawa maddisiisuu fi kalaqa keessan gara dhugaatti jijjiiruuf deeggaraa guddaadha.

Barnoota fuuldura keenyaa ta'e kana amma jalqabuudhaan addunyaa teeknoolojii keessatti fakkeenya ta'aa. Boru miti, har'uma barnoota AI jalqabaa!

https://web.facebook.com/share/v/1Dp4RnbDJ7/
0925265151

26/08/2026

Class live Join Gochuu ni dandeetu.

26/08/2026

Akkam jirtan? Namoonni linkii Class Live hin arganne https://t.me/upcoursesorg irraa argachuu ni dandentu .

carraa gaarii
Sa'attii 1 Booda

26/08/2026

Dubdeebii(feedback) Baratoota upcourses.org
Maal Jedhaan?....

26/08/2026

eeksisa Ijoo — Leenjii Bilisaa (Free Class)

📅 Har'a Galgala, Sa'aatii 1:00 (Sa'aatii Itoophiyaa)

📌 Mata duree: Akkamitti Galii Dabalataa (Side Income) Uumuu Dandeenya — Osoo Hojii Keessan Gadi Hin Dhiisin

Yoo hojii qabaattanii, ogummaa qabaattanii galii dabalataa uumuu barbaaddan — Class kun isiniif qophaa'e.

✅ Carraa dhugaa, osoo hojii hin dhiisin
✅ Yeroo muraasa qofa barbaachisu
✅ Eenyu iyyuu ta'uu danda'a

📝 Liinkii Galmee:
https://forms.gle/CAcfj9w83QrjSbB49

Bakki murtaa'aa dha — amma galmaa'aa, dhihaatii!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Addis Ababa
Addis Ababa